Fibriniin gossa protein yoo ta'u dalagaan isaas blood clot (walitti
qabama dhigaa kan yerro bayee yoo namii dhiga'u ta'u) kessatti
dha. Protein kanatti polymerise ta'e platelets wajjiin walitti
qabamudhan yoo namii mada'e dhiga'u akka dhigii walitti qabamu
tasisaa.
Fibriniin kuni kan midhafame kutta isaa zymogen fibrinogen, kan plasma
glycoprotein ta'e kan bishaaniin makamu danda'u kan Tirrun midhafame
ofii kessa qaba. Ademsaa coagulation (walitti qabama dhigaa) kessatti
zymogen prothrombin gara serine protease thrombinit jijjirama, kuniis
jijjirama fibrinogen irra gara fibrinit godhamuf sababa ta'a. Achiin
bodda Fibriniin gara lachuun walitti qabame akka walitti qabami dhiga
ta'u godha, fibriniinis kan walitti qabamu factor XIIIn.
Mataa Duree Wal-Fakkatuu
Nami Afaan Oromo bektan hunda barressu ni dandessu
Barresu Jalqabuf, barrefama jijjirama barbadanii ilaluuf kana bani.
